Conservation between Saree fi Jaldeessa "Sareen warra keenyaa nyaata meeshaarratti malee hin nyaattuu," jetteen. Meeshaarratti kenninaafiin nyaatte. Abbaan fardaa kun, hiriyootasaa biraa yeroo bahu sareen waliin baatee waan inni haasa'u dhaggeeffatti. Innis, "yaa obboleessa koo niitii akkamiitan argadhe, kan eenyuuti ishiin?" jedheen. "Kan obbo Dhugumaati," jennaaniin, "lakkii ani siif hin amanu kanaafuu aannan buchuma guutuu sirriitti odoo hin qabsiisiin lafaan dhahii, yoo ishiin "Zarraaf intala Dhugumaa!" jettee yoo danfite dhugaadha. Yoo kaan soba ta'aa," jedheen. Sareen tunimmoo kan isaan mari'atan kana mara mucayyooshiitti himte. "Yeroo inni aannan buchuma guutuu sitti kenne Zarraaf intala Dhugumaa jedhi dafii," jetteen. Namichi amma aannan elmee buchumaan qabatee, "hoodhu fudhu jedheenii odoo ishiin hin qabatiin lafaan dhoofnaan "Zarraaf intala Dhugumaa!" jettee danfinaan kanumasaati," jedhanii amanan. Sooressi Dhugumaa jedhamu kun dhukkubsannaan, "inni dhukkubsateeraa maaliif hin gaafannee," jedheen hiriyaansaa sun. "Yeroo kana sareen dhaqxee siree jala bakka inni rafu, jala seenee dhaggeeffadha, wantan qabu siniin hiraa jettee, obbo Dhugumaa fakkeessitee waan qabeenya koo hunda gaangee, fardeen, qotootaafi kan hafan hunda mucayyoo ganda Tufaati du'eera. qabu sanaa naaf kennaa," jettee dubbate. Garuu inni du'eera. Ishiin qabeenya sooressa sanaa fudhattee ganda dhirsashiitti galte. Yeroo kana yaa intala too! "maqaa boodan sii baasa kanan jedhe kanaafii, Boontuu qofa maqaan kee malee Jeedala mitii," jetteenii mucayyoo ishiitii booda maqaa moggaafteef, jedhama. Animated cartoon with smooth animation, in exactly the style described above; when no style is described, a vibrant, colourful cartoon.
Made with the AI Cartoon Maker from the prompt above.
This cartoon was made on GenCartoon from one written prompt. Your first cartoon is free: a 4-second vertical clip at 480p with sound and a small watermark, usually ready in about a minute. Signing up is free, no card.
Prefer an app? GenCartoon is free on the App Store for iPhone. GenCartoon for iPhone